Mana qopheessaa Aanaa Malkaa Baddeessaa
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Mana qopheessaa Aanaa Malkaa Baddeessaa, Health/Beauty, Oromia, Shashemene.
12/09/2026
በሕንድ ይፋዊ የሥራ ጉብኝቴ ከጠቅላይ ሚኒስትር ናሬንድራ ሞዲ ጋር በመገናኘት፣ የኢትዮጵያ-ሕንድ አጋርነትን ይበልጥ ማጠናከር በሚቻልባቸው ጉዳዮች ዙሪያ ፍሬያማ ሃሳብ ተለዋውጠናል።
ውይይታችን የመከላከያ ትብብርን ማሳደግ፣ የቴክኖሎጂ ሽግግር፣ የአቅም ግንባታ፣ የማዕድን ልማት እና ወደ ኮፕ 32 በሚደረገው ጉዞ ላይ ያለንን አጋርነት ማጠናከር በሚሉ ጉዳዮች ላይ ያተኮረ ነበር። እነዚህ መስኮች በተግባር የታገዘ ትብብራችንን ይበልጥ ለማሳደግ እና ለሕዝቦቻችን አዳዲስ ዕድሎችን ለመፍጠር ከፍተኛ አቅም አላቸው።
ኢትዮጵያና ሕንድ ጥልቅ ታሪካዊ ትስስር፣ የዘመናት የባህል ግንኙነት እና በሕዝቦቻችን መካከል ጠንካራ ወዳጅነት አለን፤ ይሁን እንጂ በሁለቱ ሀገራት መካከል ያሉት በርካታ አቅሞች ገና ያልተነኩ ናቸው። ያለንን የጋራ ታሪክና ትብብር በቴክኖሎጂ፣ በክህሎት፣ በኢንቨስትመንት፣ በዘላቂ ልማት እና ይበልጥ በጠነከረ የሕዝብ ለሕዝብ ግንኙነት ላይ ወደተመሠረተና የላቀ የጋራ ተጠቃሚነትን ወደሚያረጋግጥ አጋርነት ለመለወጥ አሁን ትክክለኛው ጊዜ ነው ብዬ አምናለሁ።
🇪🇹 🇮🇳
Daawwannaa hojii Indiyaatti taasiseen Ministira Muummee Naarendiraa Moodii waliin walarginee haala itti michummaa Itoophiyaafi Indiyaa caalaatti cimsuun danda'amu irratti yaada bu'a-qabeessa waliif qoodneerra.
Mariin keenya dhimmoota walta'insa ittisaa guddisuu, cehumsa teknooloojii, ijaarsa dandeettii, misooma albuudaafi imala gara COP 32 tti taasifamu irratti walta'insa cimsuufaatti kan xiyyeeffate ture. Dameewwan kunneen walta'insa waloo gochaan dabaalame caalaatti guddisuufi uummattoota keenyaaf carraawwan haaraa uumuuf humna olaanaa qabu.
Itoophiyaafi Indiyaan hidhata seena-qabeessaa gadi fagoo, walittidhufeenya aadaa barootaaf turaniifi uummattoota keenya gidduutti michummaa cimaa qabna. Haa ta'u malee humnoonni guddaa biyyoota lachan gidduu jiran ammayyuu kan hintuqamnedha. Seenaa waloofi walta'insa qabnu teknooloojiidhaan, ogummaadhaan, invastimeentiidhaan, misooma waaraafi walittidhufeenya uummataa caalaatti cime irratti hundaa'uudhaan, gara michummaa faayidaa waloo olaanaa mirkaneessutti jijjiiruuf yeroo sirriin ammadha jedheen amana.
🇪🇹 🇮🇳
It was a pleasure to meet Prime Minister Narendra Modi and exchange views on strengthening the India–Ethiopia partnership in my first Official Visit to India.
Our discussions focused on enhancing defence cooperation, technology transfer, capacity building, mining, and our partnership towa
12/09/2026
Category
Website
Address
Oromia
Shashemene
Alerts
Be the first to know and let us send you an email when Mana qopheessaa Aanaa Malkaa Baddeessaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.