Kilinika G/Galeessaa Dr, Tasfaayee

Kilinika G/Galeessaa Dr, Tasfaayee

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Kilinika G/Galeessaa Dr, Tasfaayee, Health/Beauty, 03 kebele, Nekemte.

14/12/2024

BEEKSISA HOJII
Kilinikni G/G Dr Tasfaayee ogeessa Laaboraatorii qacaruu barbaada.
1, Ogeessa Laaboraatorii sadarkaa barnoota Digirii / Dippiloomaa
* Muuxannoo Waggaa 2 fi dandeettii meeshaalee laaboraatorii(CBC machine, Chemistry machine fi Hormone analyzer machine) irratti dandeettii gahaa Kan qabu/qabdu.
* Baay'ina- 1(tokko)
* Saala- lameenu.
* Miindaan- iskeelii dhaabbatichaan
* Yeroon Galmee: 6/4/2017 hanga 10/4/2017ti
* Bakki Galmee: kilinika Dr Tasfaayeetti.

Odeeffannoo Dabalataaf Bilbila
+251 91 246 3748

14/12/2024

lakk,Bilbila { 0912-46-37-48}
Daa’immni keessan hin dhibamiin yoo dhibaman garuu kilinikni Dr. TASFAAYEE furmaata siniif fidee dhuferaa.
Tajaajila Yaalii Daa’immani Ispeeshaliistii Muxannoo Olaanaa qabuun Yaalsiisuu Yoo feetan Shakkii tokko malee filannoon keessan jalqabaa Kilinika Dr, Tasfaayee Haa ta'uu.

Argama keenyaa
Magaalaa Naqamtee ganda 03 daandii gara Yuunivarsiitii Rifti vaalii geessurra, waajjira bishaani magaalaa dugda duubaan nu argachuu dandeessu.

Photos from Kilinika G/Galeessaa Dr, Tasfaayee's post 14/12/2024

# Kilinika G/Galeessaa Dr, Tasfaayee

Tajaajila Qorannoo Laboraatoorii meeshaalee Ammayyaawwan Qorannoo Dhiigaa al tokkoon gosoota Dhiigaa 21 kan qoratuun (CBC) fi (Chemistry Machine,ECG,Ultrasound ) sadarkaa isaa eeggateen bu'aa qorannoo amansiisaa waliin kennaa jirra.

Meeshaalee laboraatoorii ammayyaa kanneen akka ( CBC) Qorannoo saammuda
dhiigaa al tokko kennamuun gosoota dhiigaa 21 kan qoratuun Tajaajila laboraatoorii kennaa kan jirru dha.
Maal kana qofa meeshaa ammayyaa (Chemistry machine) jedhamuun qorannoowwan Tiruu, Kalee fi baay'ina kolestiroolii, yuurik aciidii, albuuminii fi biliruubinii dhiiga keessaa fi kanneen biroo kan qoratuun Tajaajila laboraatoorii kennaa jirra.

kana malees Tajaajila Altiraasawundii(Ultrasound) fi rakkoowwan onneef tajaajila ECG kennaa kan Jirru ta'uu keenya gammachuu guddaadhaan isin beeksifna.

Tajaajila Yaalii barbaaddan argachuuf filannoon keessan jalqabaa Kilinika Dr, Tasfaayee Haa ta'uu. { 0912-46-37-48}

Bakki argama keenyaa Magaalaa Naqamtee Ganda 03 daandii gara Riftivaalii geessurra, waajjira bishaanii dugda duubaan nu argachuu dandeessu.

08/04/2024

Sababni Daa’imman Yeroon Afaan Hiikachuu dadhabuun maali? Furmaanni isaa maal fa’ii ?
Marii kallatiin Dr.Tasfaayee shibbiruu Waliin FM Faanaa Naqamtee 96.1 irratti gaafa roobii nu eegaa.
Guyyaa Roobii (02-08-2016) Waaree booda sa'atii 9:00 irraa eegalee hanga 10:00ti FM Faanaa Naqamtee 96.1 Dhageefadha.
Dr. Tasfaayee shibbiruu
Ispeeshaalistii Dhibee Daa’immani
Dr. Tesfaye Shibiru. MD, Assistant Professor of Pediatrics and Child Health at WUCSH.

Odeeffannoo Dabalataaf https://t.me/HRYW4

17/01/2024

Beeksisa Hojii Haaraa Kilinika G/Galeessaa Dr, Tasfaayee
New Job vacancy Dr, Tesfaye Medium Clinic🩺
………………………………

Gita hojii: Waardiyyaa
Sadarkaa barnootaa: kutaa 10 fi isaa ol
Saala: Dhiira qofa
Baay’ina: Nama (2) lama

*Leenjii raayyaa ittisaa ykn poolisii idilee kan qabu.
*Araada (Suusii)hunda irraa bilisa kan ta’e.
*Wabii guutuu dhiyeeffachuu kan danda’uu
*Miindaa: Waliigalteedhaan

Guyyaan galmee 09/05/2016 hanga 11/05/2016 tti

Bakka galmee Kilinika G/Galeessaa Dr.Tasfaayee.

Odeeffannoo Dabalataaf Bilbila (0912-46-37-48)
Bakki argama keenyaa Magaalaa Naqamtee Ganda 03 daandii gara Riftivaalii geessurra, waajjira bishaanii dugda duubaan nu argachuu dandeessu.

14/01/2024

!!Tajaajila Yaalii KILINIKA Dr. Tasfaayee keessatti kennaman hundi ispeeshaalistiin kan kennamuu ta'uu isaa?.
Lakk. Bilbilaa 0912463748 Kana irratti bilbiluun odeeffannoo Dabalataa Argachuu dandeessu.

11/01/2024

.Tasfaayee
✍️Af-gaaffiif( interview) isiin waamuu ta’a
✍️ Call for Interview
=====================
Namootni kanaan dura Kiliniknii Dr. Tasfaayee Gitoota hojii Qulqulleesitu (Cleaner) fi mana Galmee bakka duwwaa qabu irratti galmaa’uun keessan ni yaadatamaa
Haaluma kanaan dorgomtoonnii maqaan keessan armaan gadii itti ba'ee jiru guyyaa sambta Duraa jechuun Gaafa 4-5-2016 sa'aati 8ti kilinika Dr.Tasfaayee tti akka argamtan isiin beeksisaa.

Odeeffannoo Dabalataaf Bilbila (0912-46-37-48)
Bakki argama keenyaa Magaalaa Naqamtee Ganda 03 daandii gara Riftivaalii geessurra, waajjira bishaanii dugda duubaan nu argachuu dandeessu.

06/01/2024

Hordoftoonni Amantaa Kiristaanaa martii Baga Ayyaana Qilleetiin Nagaan Isiin Gahe❗️

የክርስትና እምነት ተከታዮች እንኳን ለገና በዓል በሰላም አደረሳችሁ‼️

14/12/2023

QUBA QABDUU!!Tajaajila Yaalii KILINIKA Dr. Tasfaayee keessatti kennaman hundi ispeeshaalistiin kan kennamuu ta'uu isaa?.
Lakk. Bilbilaa 0912463748 Kana irratti bilbiluun odeeffannoo Dabalataa Argachuu dandeessu.

Photos from Kilinika G/Galeessaa Dr, Tasfaayee's post 01/12/2023

🎴Dr, Tesfaye Medium Clinic🩺 🎴
Ogeessa Ispeeshaliistii Daa’immanii ogummaa olaanaa qabuu fi Meeshaalee ammayyaatin Daa’ima keessan Yaalsiisuu Barbaaddu ? ( lakk,Bilbila 0912463748)
Tajaajila Yaalii Ispeeshaliistii Daa’immanii ogummaa olaanaa qabuu fi beekumsa irratti hunda’ee ni kenninaa.
Maaree Kilinika Dr, Tasfaayee meeshaalee ammayyaa fi ogeessota muxannoo olaanaa qabaniin tajaajila yaalii Daa’immanii keennaa jiraa.
Bakki argama keenyaa Magaalaa Naqamtee Ganda 03 daandii gara Riftivaalii geessurra, waajjira bishaanii dugda duubaan nu argachuu dandeessu

26/11/2023

🎴Dr, Tesfaye Medium Clinic🩺 🎴
Beeksisa Qacarrii Haaraa Kilinika G/Galeessaa Dr, Tasfaayee
Kiliniikni G/Galeessaa Dr. Tasfaayee Gita Hojii Qulqulleesituu fi Nama Kaardii Baasuu irratti nama tokko tokko qacaruu Barbaada.
1, Qulqulleesitu ( Cleaner)
*Sad/Barnootaa/ Qualification: Nama Kutaa 10fi isaa ol xumure.
* Baayyina 1(tokko)
* Saala : Dhalaa
* Miindaan iskeelii dhabbatichaan
2, Mana Galmee( Nama Kaardii Baasuu)
* Sad/Barnootaa/ Qualification; [level IV} Data Clark, secretarial science and office management, IT and related fields.
* muxannoo , gita hojiichaa irratti waggaa 1fi isaa ol kan qabdu.
* Baayyina 1(tokko)
* Saala Lameenu
* Miindaan iskeelii dhabbatichaan
* Guyyaan galmee guyyaa beeksisi kun ba’ee kaasee hanga torbee tokkooti
*Bakki Galmee/ Registration Place/: Kilinika G/Galeessaa Dr.Tasfaayee.

Odeeffannoo Dabalataaf Bilbila (0912-46-37-48)
Bakki argama keenyaa Magaalaa Naqamtee Ganda 03 daandii gara Riftivaalii geessurra, waajjira bishaanii dugda duubaan nu argachuu dandeessu.

Photos from Kilinika G/Galeessaa Dr, Tasfaayee's post 05/11/2023

Tajaajila Qorannoo Laboraatoorii meeshaalee Ammayyaawwan Qorannoo Dhiigaa al tokkoon gosoota Dhiigaa 21 kan qoratuun (CBC) fi (Chemistry Machine,ECG,Ultrasound ) sadarkaa isaa eeggateen bu'aa qorannoo amansiisaa waliin kennaa jirra.

Meeshaalee laboraatoorii ammayyaa kanneen akka ( CBC) Qorannoo saammuda
dhiigaa al tokko kennamuun gosoota dhiigaa 21 kan qoratuun Tajaajila laboraatoorii kennaa kan jirru dha.
Maal kana qofa meeshaa ammayyaa (Chemistry machine) jedhamuun qorannoowwan Tiruu, Kalee fi baay'ina kolestiroolii, yuurik aciidii, albuuminii fi biliruubinii dhiiga keessaa fi kanneen biroo kan qoratuun Tajaajila laboraatoorii kennaa jirra.

kana malees Tajaajila Altiraasawundii(Ultrasound) fi rakkoowwan onneef tajaajila ECG kennaa kan Jirru ta'uu keenya gammachuu guddaadhaan isin beeksifna.

Tajaajila Yaalii barbaaddan argachuuf filannoon keessan jalqabaa Kilinika Dr, Tasfaayee Haa ta'uu. { 0912-46-37-48}

Bakki argama keenyaa Magaalaa Naqamtee Ganda 03 daandii gara Riftivaalii geessurra, waajjira bishaanii dugda duubaan nu argachuu dandeessu.

Category

Telephone

Website

Address

03 Kebele
Nekemte

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kilinika G/Galeessaa Dr, Tasfaayee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Subscribe

We will notify you when anything happens in Nekemte.