Keekiyyaa Ilmaa Guji'ii

Keekiyyaa Ilmaa Guji'ii

Share

@Guyyaa tokko wanti hundinu hin sirrata❤️🙏

01/06/2026

Godina Gujii Lixaa Aanaa Surroo Bargudaatti walitti bu'iinsa waraanaa mudateen miidhaan dhaqabuu ibsame.

Godina Gujii Lixaa Aanaa Surroo Bargudaa keessatti warana mootummaafi humnoota mootummaan shanee jedhee yaamuufi kan inni WBO jedhee ifi yaamu giddutti deemameen lubbuu hawaasa nagaafi qabeennarra miidhaan dhaqabaa jiraachuu ibsameera.

Walitta bu'iinsa uumame kanaan lubbuu namaa akka darbeefi qabeennarra miidhaan dhaqabuun uummanni adaala sanaa haala rakkisaa keessa jiraachuu maddeen ibsaniiru.

Akkasumas waraanni kun akka uummata nagaa irraa dhaabbatuuf hawaasni adaala sanaa yaamicha nagaa dhiyeessa jira.

Category

Website

Address


Ma'e Boko
Hagere Mariam

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Keekiyyaa Ilmaa Guji'ii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Subscribe

We will notify you when anything happens in Hagere Mariam.