πΈππππππ ππππππ πππππ
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from πΈππππππ ππππππ πππππ, Health/Beauty, 9 Stert, Dilla.
09/12/2021
21/11/2021
ODUU Hatattama WBO fi TPLF shawaa Robii qabachuu humni addaa oromiya 15000 wboti makamu|Moha Oromo welcome to My channel I'm Moha Oromo from ethiopia if you subscribe Moha Oromo you get more benefits. News blogging information vine....all entertainment...
02/11/2021
Yaa RABBII 'ii Keenya Nuuf Dheeresii
02/11/2021
GUYYAAN ATI HIIKAMTU FAGOO HIN JIRUU ABSHIR !!!
β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’β’
Qabsaawaa Oromo, Hayyuu Sabaa, Xiinxalaa Siyaasaa, Abbaa Qeeyroo, Goota Ija barbadaa kan sodaa isaatiif adawwiin hundi waywaattu Jaawwee.
β’ Rabbii fii Saba Kee abdattee biyyatti galte, Warri karaan jalaa bade haqa malee si hidhee si dararee amma ofiifuu dararamaa jira Abshir fuul durri keenya ifaa.
β’ Warri karaan jalaa bade silaa ofitti si Qabee Beekkumsa keetirraa xiqqo qooddate, Rakkoo amma isaan Mudatte tana keessa hin seenan.
β’ Dhiira akka teetii tan beekkumsa siyaasaatiin dheengiyyamte tana hidhanii, bazabazaa humaan beeyne, gantuu Sabaa walitti qabanii Biyya hoogganaa jaβaniin, karaan harkaa bade waan godhanii fii dhiisan wallaalanii ofiifuu lubbuu tiyyaan na baasii keessa jiran.
β’ Ati hidhamtuus sabni Kee sin daganne, Yoomillee waan ati sabaaf taate hin dagatan.
Rabbiin ammumatti mana hidhaa sanii si baasee bakka siin maltu si haa kaayu.
Siifii Hidhamtoota siyaasaa Oromoo hunda hidhaa baasee Rabbiin Maatii fii Saba Kee haa gammachiisu.
Barreeffama Kana dubbisaatii Share Waliif Godhaa.
By: Ibsaa Sheikh Yuusuf
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
9 Stert
Dilla
Alerts
Be the first to know and let us send you an email when πΈππππππ ππππππ πππππ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.