majliisa shek aliyyii deder

majliisa shek aliyyii deder

Share

quran and hadith

29/09/2026

Sagantaa gaafiif deebii waahee haalayaroo,ammaantanaa,irratti taasifame
Irreecha jachuun maalii?
Muslimoonni irreecha dhaquun akkamii?
Yoodhaqe hoo maalgochuu qabaa waan ja'u waliin laalla waan taheef warri yaada qabdan yaada keessan as'jala nufakaha isiniin janna.

29/09/2026

Dhaamsa maaddaa haraashii

29/09/2026

Sagantaa daataa maaddaa haraashii magaalaa dadar haalakanaan xumaramte hanga sagantaa akkanaatiin waliddeebinutti nagahaan tura.

29/09/2026

Sagantaa maaddaa haraashii magaalaa dadar mas'jiida daaru ss'aadaa.

29/09/2026

Sagantaa maaddaa haraashii magaalaa dadar mas'jiida bilaal.

29/09/2026

Sagantaa maaddaa haraashii magaalaa dadar mas'jiida qey'raa_(ziinatul_islaam)

29/09/2026

Sagantaa maaddaa haraashii magaalaa dadar mas'jiida ganda diinii

29/09/2026

Maaddaa haraashii magaalaa dadar mas'jiida daarul_muhaajiriin

28/09/2026

Sagantaa maaddaa haraashii magaalaa dadar mas'jiida Qubaa'aa (madarasaa).

28/09/2026

Sagantaa maaddaa haraashii,magaalaa dadar, Mas'jiida, A_shabaaba G/haajii ka olii

Category

Telephone

Website

Address


Deder

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when majliisa shek aliyyii deder posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Subscribe

We will notify you when anything happens in Deder.