Amee nuuraa

Amee nuuraa

Share

Oromo koo galatoom Obama Amee nuuran

21/07/2026

“Abboommiin koo isa kana; ani akkan isin jaalladhe, isinis wal jaalladhaa*!
Wangeela Yohannis 15:12

10/07/2026

“Yaa Yaaqoob garbicha ko, yaa saba Israa'el isa ani fo'adhee, mee dhaga'i! Ani Waaqayyo kanan si uume, gadameessa haadha kee keessatti kanan si tolche, kanan si gargaarus, ‘Yaa Yaaqoob garbicha ko, yaa Yeshuuruun isa ani fo'adhee hin sodaatin!’ siin nan jedha*. Ani lafa dheebotaa irratti bokkaa nan roobsa, lafa gogaa keessa bishaan nan lolaasa; ani sanyii kee irratti hafuura koo, ijoollota kee irrattis eebba koo nan dhangalaasa*; isaan akka marga bishaan gidduu jiruu fi akka alaltuu bishaan yaa'u bukkee dhaabatuu in lalisu. Yommus namoonni tokko tokkoon yaa'anii dhufanii, inni tokko, ‘Ani kan Waaqayyoo ti’ in jedha, inni kaan immoo, Yaaqoobiin of in waama; kan biraas, ‘Ani kan Waaqayyoo ti’ jedhee harka isaa irratti in caafa, Israa'elittis in moggaafama” jedhe*. *2 Kes 32:15 *3 32:15; Yoe 2:28 *5 14:1; 55:5; Far 87:4-7
Macaafa Isaayaas Raajichaa 44:1-5

20/07/2023
28/08/2021

Jiira jirtuu Oromo koo

28/08/2021

Jiira hiirtuu Oromo koo

Category

Telephone

Website

Address


Abbajifaar
Asella

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Amee nuuraa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Subscribe

We will notify you when anything happens in Asella.