East shoa zone urban development and housing office
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from East shoa zone urban development and housing office, Health/Beauty, Adama city, Oromia, Adama.
27/07/2026
Waajjirri MMM Godina Shawaa Bahaa raawwii hojii bara 2018 tin akka naannootti Sadarkaa 1ffaa bahuu sababeeffachuudhaan sagantaa addaa qopheessuun galataa hojjettoota waajjirichaaf fi Koree Olaanaa Godinchaaf dhiyeessan. Sangataa gammachuu kana irratti haasaa baniinsaa kan taasisan I/G W/raa Aadde Masarat Guddataa Qaamoolee milkaa'ina kanaaf gumaacha olaanaa taasisan hundaaf galataa fi kabaja guddaa qabaachuu ibsanii baadhaasni argames bu'aa carraaqqii hunda keenyaa waan ta'ee fi hojii ittii aanuufis immoo imaanaa guddaa ta'uu beeknee miira xiiqii fi qindoomina addaatin hojjechuu barbaachisa jechuun ergaa cimaa dabarsanii irra deebi'anii qaamoolee hundaa galateeffatanii jiruu.
16/07/2026
Congratulations!!!!!!
11/07/2026
08/07/2026
Waajjirri MMM Godina Shawaa Bahaa Guduunfaa hojii bara 2018 irratti hanqinoota fi ciminoota hojii keessatti mul'atan manajimeentii waajjirichaa waliin qorachuun milkaa'inoota ajaa'ibsiisaa galmaa'anii fi sadarkaa madaallii raawwii hojichaa kan waliin godhachuudhaan miira xiiqii fi hamilee milkaa'inaa kana itti fufsiisuun haala danda'amurratti hojjettoota waajjirichaa waliin mari'achuun sagantaa gammachiisaa fi hawwataa ta'e gaggeesse.
Sagantaa kana qopheessan I/G Wra Aadde Masarat Guddataa Hogganttota olaanoo Godinichaa milkaa'ina kana keesatti gumaacha olaanaa gumaachan galateeffatanii achumaanis kallattiin hojii bara 2019 kennaniiru.
Category
Website
Address
Adama City, Oromia
Adama
Alerts
Be the first to know and let us send you an email when East shoa zone urban development and housing office posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.