Enaw Terafa

Enaw Terafa

Share

Yessuus in dhufa

17/09/2026

/ሁላችሁም ተጋብዛችኋል /All are invited
ni barsiifama;Ni lallabama
fi kadhannaa ni qabaanna
rakkoo adda addaa keessa jiraniif ni kadhanna hojiin immoo kan Waaqayyooti.

24/07/2026

Afeeramtaniittu/ሁላችሁም ተጋብዘዋል /All Are Invited
Barsiisa Sagalee Waaqayyoo fi Kadhataa
-Waaqayyo Warra dhibee fi Dhukkuba qaban ni fayyisa
-Warra hidhaa qaban ni hiika
-Gaaffii keessaniif Yesuus Kristoos deebii qaba
-Lubbuu Haaraafis Waamichi ni taasifama
*Afeerraan kun kan nama hundumaati

09/04/2026

‘Call to me, and I will answer you, and will show you great and difficult things, which you don’t know.’
Jeremiah 33:3

30/06/2024

Waaqayyo keenya abbaa gaariidha!!

20/04/2024

Waaqayyoo warra kan isaa ta'aniif,iddoo jireenyaa isa haaraa isaaniif qaba!!

Category

Telephone

Website

Address

Dukem

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Enaw Terafa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Subscribe

We will notify you when anything happens in Dukem.