Akekan Mulatu

Akekan Mulatu

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Akekan Mulatu, Health/Beauty, Hinbeku, Dembi Dolo.

13/12/2025
Photos from Akekan Mulatu's post 30/11/2025

jalqabarratti baga gammaddan
itti aansuun Afaan oromoo raadiyoo cabsa jedhamuu keessaa ba'ee har'a stage adda addaa irratti waan guddaa hojjechaa jira kanaafuu mo'uuf mo'atamuun waan jiruudha.

mo'ichi keessan inni guddaan garuu Addugnaatti akkasitti mul'attanii stage irraa dhaabbattanii dubbachuun mo'icha guddaadha.

garuu oromookoo yeroo wanti akkasii uumamu Aadaa walbira dhaabbachuu haa godhannu qunceen wal gargaartee arba hiiti horaa bulaa diinaaf yaaddoo ta'aa lammiif da'oo ta'aa

Category

Website

Address

Hinbeku
Dembi Dolo

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Akekan Mulatu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Subscribe

We will notify you when anything happens in Dembi Dolo.