π’π„πˆπƒ πŽπ”πŒπ„π‘ π’π„πˆπƒ π–π€π‹π‹πŽπŽ

π’π„πˆπƒ πŽπ”πŒπ„π‘ π’π„πˆπƒ π–π€π‹π‹πŽπŽ

Share

share,Comment fi like godhi

13/12/2021

Oromummaan dhiiga

07/12/2021

The government who then use that to manage is what you want to be ?
Manage the state', the loose and it is not possible.It is possible that only the Masters of the country and Technology College laboratory assistants .Many people fail the government who is .
Asala now :he is the one man in the country Nine (9) of the Amhara region and he is in to .The change of the system was required and peace:the law of the Government himself, but to the law of the aiesecers attache shall not come in peace he**in campaign .

06/12/2021

Hacaaluu hundeessaa Goota jaarraa kana.

04/12/2021

Carraan oromoon walloo qabu jabaachuu qofa

30/11/2021

Oromummaan Dhiiga

29/11/2021

guyyaa har,a jechuun 20/3/2014 haala nageenya ummanni baatee itti jiran qabadheen dhufeera.

Har,aa namoota 3tu naaf bilbile haala aanaan baatee fi magaalaan baatee irra jirtu Odeeffannoo godheen ture.mana barumsaa sadarkaa lammaaffaa dirooniin rukutuu naaf himan,kana malees haleellaa mootummaan dirooniin godheen maqaa namoota wallaalulleen namoonni 3 wereegamuu naaf himan.

Kan kanarraa hafe lolli karaa naannoo Affaariin jiru bakka durii irraa gadi fagaachuu naaf himan,akkasumas TDF meeshaalee gurguddoo fagootti rukutuu danda'an kiyyifachuu isaanii naaf himan.

Ummanni aanaa baatee fi magaalaa baatee waan mootummaan dirooniin boombii itti darbatuun alatti ummanni nagaan bobbahanii galaa jiraachuu naf himan.

Akkasumas qaala,iinsi jiraatus Tajaajilli gabaa eegalamuu isaa naf himaniiru.
Odeeffannoo kana kaniin post godhe yaadni namoota naf bilbilan sadanii wal fakkaataa waan ta,eef itti amaneen post godhe.

Kan kanarraa hafe odeeffannoo sobaatiin ijoolleen keenya aala jirtan hin yaada,inaa.

27/11/2021

Jabbiloota koo yaa jabbiloota ODAA jalaa kan nama nyaatu nu keessa jiraa.

❀HACHAALUU HUNDEESSAA BOONSAA

Website

Address

Oromia
Bati

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when π’π„πˆπƒ πŽπ”πŒπ„π‘ π’π„πˆπƒ π–π€π‹π‹πŽπŽ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Subscribe

We will notify you when anything happens in Bati.